Roomaa 1:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ኡልፍነ ዋቀ ህንዱኔስ ነመ ዱኡት፣ ስምብረት፣ ሆሪ ሚለ አፉሪት አከሱመስ ኡመመወን ለፈረ ሎአንት ፈኬሱዻን ጌደረን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 ulfina Waaqayyo isa hin duunee, bifa nama isa du'utti, bifa simbirrootaatti, bifa bineensa miilla afuriitti, bifa warra lafa irra munyuuqaniittis diddiiran*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 ulfina Waaqa hin duunees nama duʼutti, simbiratti, horii miilla afuriitti akkasumas uumamawwan lafa irra looʼanitti fakkeessuudhaan geeddaran. Viz kapitola |