Roomaa 1:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እሳን ዮ ዋቀ ቤከንሌ አከ ዋቁማሳት ኡልፍነ ህንኬንኔፍ፤ ገለተስ ህንገልችኔፍ። ገሩ ያድንሳኒ ዋን ፋይዳ ህንቀብኔ ተኤ፤ ቀልቢንሳኒ ከን ህንሁበትኔስ ንዱከናኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Waaqayyoon utuma beekanii, akka Waaqayyootti ulfina hin laanneef, galatas isaaf hin galchine; garuu yaada isaaniitiin waan waa'ee hin baafne duukaa bu'an, sammuun isaanii inni duudaanis in dukkaneeffame*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Isaan yoo Waaqa beekan illee akka waaqummaa isaatti ulfina hin kennineef; galatas hin galchineef. Garuu yaadni isaanii waan faayidaa hin qabne taʼe; qalbiin isaanii kan hin hubannes ni dukkanaaʼe. Viz kapitola |