Roomaa 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አመል ዋቃ ከን ህንሙልአትኔ ጄቹንስ ሁምንሳ ከን በረ በራቲፊ ዋቁማንሳ ኡመመ አዱኛቲ ጀልቀቤ ወንቶተ ኡመመንራ እፋን እፈት ሙልአታቲ፤ ከናፉ እሳን ዋን እት ቀበተን ህንቀበን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Bifni isaa ijaan hin argamne; garuu humni isaa inni bara baraa, waaqummaan isaas erga biyyi lafaa uumamee jalqabee waan inni uume irratti qalbifatamee yaadatti argamuu in danda'a; kanaafis waan itti qabatan hin qaban*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Amalli Waaqaa kan hin mulʼanne jechuunis humni isaa kan bara baraatii fi waaqummaan isaa uumama addunyaatii jalqabee wantoota uumaman irraa ifaan ifatti mulʼataatii; kanaafuu isaan waan itti qabatan hin qaban. Viz kapitola |