Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ኩንስ ሰበቢ ወን ዋኤ ዋቃ ቤከሙ መሉ እሳኒፍ እፈ ተኤፍ፤ ዋቅን እሳኒፍ እብሴ ጅራቲ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Waa'ee Waaqayyootiif beekuun kan namaaf danda'amu isaaniifis hubatamaa dha, kanas Waaqayyo ofii isaa isaanitti hubachiiseera*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 kunis sababii wanni waaʼee Waaqaa beekamuu malu isaaniif ifa taʼeef; Waaqni isaaniif ibseeraatii.

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:19

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy