Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ወንጌለ ኬሰት ቀጄሉማን ዋቃ አመንቲራ ገረ አመንቲት ሙልአቴራቲ፤ ኩንስ አኩመ፣ “ነምን ቀጄላን አመንቲዻን ጅራተ” ጄዸሜ በሬፈሜዸ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Qajeelummaan Waaqayyo namaaf kennu amantii irra in dhaabata gara amantiittis nama in geessa. Kunis wangeela keessatti in mul'ata; akkuma caafamee jiru immoo, ?Namni amantiidhaan fuula Waaqayyoo duratti qajeelaa ta'e jireenya dhugaa in jiraata*?.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Wangeela keessatti qajeelummaan Waaqaa amantii irraa gara amantiitti mulʼateeraatii; kunis akkuma, “Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata” jedhamee barreeffamee dha.

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:17

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy