Roomaa 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን ነሞተ ግሪኪፊ ወረ ነመ ግሪክ ህንተእኒፍ፣ ቤክቶታፊ ወላልቶታፍ ገቲ ኦፍራ ነንቀበ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Ani saba hundumaafuu, warra Griikotaa fi, warra Griikota hin ta'iniifis, warra beektotaa fi warra wallaalotaafis kanan itti gaafatamu gatiitu ana irra jira*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ani namoota Giriikii fi warra nama Giriik hin taʼiniif, beektotaa fi wallaaltotaaf gatii of irraa nan qaba. Viz kapitola |