Roomaa 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ያ ኦቦሎተኮ፣ አን አኩመ ነሞተ ኦርማ ካን ኬሰት እጀ ቀባዼ ሰነ እስን ኬሰትስ አከሱመ አከን ቀባዹፍ ዬሮ ባይኤ ገረኬሰን ዹፉ ያዳ ቱሩኮ፣ ገሩ ሀመ አማት ዾወሙኮ አከ እስን ቤኩ ዸብደን ህንበርባዱ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Yaa obboloota ko, yeroo baay'ee dhufee isin arguudhaaf akeekuu koo akka beektan nan jaalladha; garuu yeroo hundumaa hamma ammaatti ittifameera. Saba Waaqayyoo warra hin ta'in, warra biraa keessatti akkuman hojjedhe, hojii ija qabu isin gidduuttis hojjechuufan ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Yaa obboloota ko, ani akkuma Namoota Ormaa kaan keessatti ija qabaadhe sana isin keessattis akkasuma akkan qabaadhuuf yeroo baayʼee gara keessan dhufuu yaadaa turuu ko, garuu hamma ammaatti dhowwamuu koo akka isin beekuu dhabdan hin barbaadu. Viz kapitola |