ፊልጵስዩስ 1:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 እስን አከ ክርስቶስት አመንተን ቆፈ ኡቱ ህንተእን አከ እሳፍ ጄተኒ ዽጰተኒፍስ ኩን እሳፍ ጄቻ እስኒ ኬነሜራቲ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Kristositti amanuu keessan duwwaa utuu hin ta'in, isaaf dhiphachuu danda'uunis immoo isiniif kennameera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Isin akka Kiristoositti amantan qofa utuu hin taʼin akka isaaf jettanii dhiphattaniifis kun isaaf jechaa isinii kennameeraatii; Viz kapitola |