Nahimiyaa 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አንስ ዋን ከነ ዸጌኛን ገድ ታኤ ቦኤ ጉዮተ ሙራሳፍ ነንገዴ፤ ሶሜስ ፉለ ዋቀ ሰሚ ዱረን ከዸዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Anis dubbii kana yommuun dhaga'e of irra gad taa'ee nan boo'e; Waaqayyo gooftaa bantii waaqaa durattis guyyaa muraasaaf nan gadde, soomees nan kadhadhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Anis waan kana dhageenyaan gad taaʼee booʼee guyyoota muraasaaf nan gadde; soomees fuula Waaqa samii durattin kadhadhe. Viz kapitola |