Naahoom 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ወን እስን ዋቀዮት ያደን ማል? እን ጉቱማን ጉቱት ንበሌሰ፤ ረኮንስ ለመተ ህንዹፉ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Isaan Waaqayyo irratti maal koratu>> Inni raawwatee isaan in balleessa; egaa rakkinni deebi'ee hin argamu. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Wanni isin Waaqayyootti yaaddan maali? inni guutumaan guutuutti ni balleessa; rakkoonis lammata hin dhufu. Viz kapitola |