Naahoom 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ገሩ እን ሎላ ጀባዻን ነነዌ ንበሌሰ፤ አመጃጆተሳስ አርኤ ዱከነት ገልቸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Nanawwee garuu tinfa lolaatiin raawwatee in balleessa, diinota isaas ari'ee dukkanatti in galcha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Garuu inni lolaa jabaadhaan Nanawwee ni balleessa; amajaajota isaas ariʼee dukkanatti galcha. Viz kapitola |