Naahoom 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቀዮ ጋሪዸ፤ ዬሮ ረክናትስ ደኦዸ። እን ወረ እሰ አመነተን ንቤከ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo gaarii dha, yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti, warra isa amanatanis beeka*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqayyo gaarii dha; yeroo rakkinaattis daʼoo dha. Inni warra isa amanatan ni beeka; Viz kapitola |