Naahoom 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እን ገላነት ዼከሜ ጎግሰ፤ አከ ለግን ሁንድኑ ጎጉ ጎዸ። ባሻኒፊ ቀርሜሎስ ንጮለጉ፤ ደራራን ልባኖንስ ንሀርጨአ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 inni galaana ifatee in gogsa, lagoonni hundinuus akka gogan in godha; Baashaanii fi Qarmelos in coollagu, daraaraan Liibaanonis in harca'a*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Inni galaanatti dheekkamee gogsa; akka lagni hundinuu gogu godha. Baashaanii fi Qarmeloos ni coollagu; daraaraa Libaanoonis ni harcaʼa. Viz kapitola |