Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 አን ኦቦሌስኬሰን ዮሀንስ ዽጵነ ኬሰት፣ ሞቱማፊ ኦብሰ ዬሱስ ክርስቶስ ኬሰትስ እስን ወጅን ከን ህርማዹ ሰበቢ ዱቢ ዋቃቲፊ ሰበቢ ዹገ በኡምሰ ዬሱስ ክርስቶሲፍ ፍጥሞ ብየ ብሻን ግዱ እረን ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Ani Yohannis obboleessi keessan rakkina keessaa, mootummaa keessaa, obsaan Yesusii wajjin hafuu keessaas isinii wajjin nan hirmaadha. Dubbii Waaqayyoo duukaa, wanta Yesus dhugaa ba'e duukaas waanan bu'eef, biyya bishaan keessaa ishee ?Phaaximoo? jedhamtu tokkotti nan geeffame*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Ani obboleessi keessan Yohannis dhiphina keessatti, mootummaa fi obsa Yesuus Kiristoos keessattis isin wajjin kan hirmaadhu sababii dubbii Waaqaatii fi sababii dhuga baʼumsa Yesuus Kiristoosiif Phaaximoos biyya bishaaniin marfamte irran ture.

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy