Mulʼata 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሰ አከ ኑ ዋቀሳቲፊ አባሳ ተጃጅሉፍ ሞቱማፊ ሉቦተ ኑ ታስሴ ሰናፍ ኡልፍኒፊ ሁምን በረ በራ ሀመ በረ በራት ሃተኡ! አሜን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isa mootummaadhaa fi Waaqayyo abbaa isaatiif luboota akka taanu nu godhate sanaaf, ulfinnii fi aangoon baraa hamma bara baraatti haa ta'u! Ameen*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 isa akka nu Waaqa isaatii fi Abbaa isaa tajaajilluuf mootummaa fi luboota nu taasise sanaaf ulfinnii fi humni bara baraa hamma bara baraatti haa taʼu! Ameen. Viz kapitola |