Mulʼata 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አከሱመስ ዬሱስ ክርስቶስ ዹገ ባቱ አመነማ፣ ሀንገፈ ወረ ዱአኒቲፊ ቡልቻ ሞቶተ ለፋ ተኤ ሰነራ አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃተኡ። እሰ ኑ ጃለቱፊ እሰ ዺገሳቲን ጩቡኬኘራ ብልሰ ኑ ባሴ፣ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Yesus Kristos biraas isiniif haa ta'u!? jedhee nagaa koo isiniif nan dhi'eessa. Yesus Kristos dhuga-baatuu amanamaa dha, inni warra du'an keessaa angafa ta'ee kaafame, mootota lafa kanaas in abbooma. Inni nu jaallatee, dhiiga isaa isa nuuf dhangala'een cubbuu keenya irraa nu fure*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 akkasumas Yesuus Kiristoos dhuga baatuu amanamaa, hangafa warra duʼaniitii fi bulchaa mootota lafaa taʼe sana irraa ayyaannii fi nagaan isiniif haa taʼu. Isa nu jaallatuu fi isa dhiiga isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu baase, Viz kapitola |