Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 እጪቲን ኡርጂወን ቶርባ ከኔን አት ሀርከኮ ምርጋ ኬሰት አርግቴቲፊ ባቱወን እብሳ ከኔን ወርቄራ ሆጄተመን ቶርበኒ እሰ ከነ፦ ኡርጂወን ቶርበን ኤርገሞተ ወልዳ ክርስታና ቶርባት፤ ባቱወን እብሳ ቶርበንሞ ወልዶተ ክርስታና ቶርበኒዸ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Hiikaan urjoota torban harka koo mirgaa keessatti argite akkasumas baattuuwwan ibsaa warqee irraa hojjetaman torbanii dhokataa ture; amma garuu urjoonni torban ergamoota waldoota torbanii ti, baattuuwwan ibsaa torbanis waldoota torban sanatti in hiikama? jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Icciitiin urjiiwwan torbaa kanneen ati harka koo mirgaa keessatti argiteetii fi baattuuwwan ibsaa kanneen warqee irraa hojjetaman torbanii isa kana: Urjiiwwan torban ergamoota waldaa kiristaanaa torbaa ti; baattuuwwan ibsaa torban immoo waldoota kiristaanaa torbanii dha.

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:20

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy