Mulʼata 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ሀርከሳ ምርጋቲን ኡርጂወን ቶርበ ቀበቴ ቱሬ፤ አፋንሳ ኬሳስ ጎራዴ ቀረ ለመ ቀቡቱ በኣ ቱሬ። ፉልሳስ ቢፍቱ ሁምነ ጉቱን እፍቱ ፈካተ ቱሬ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Harka isaa mirgaa keessaa urjoota torba qaba; afaan isaa keessaa billaa qara-qabeessa gara lamaan qarametu ba'a; fuulli isaas akka biiftuu saafaa in ifa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Harka isaa mirgaatiin urjiiwwan torba qabatee ture; afaan isaa keessaas goraadee qara lama qabutu baʼaa ture. Fuulli isaas biiftuu humna guutuun iftu fakkaata ture. Viz kapitola |