Mulʼata 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ሚልሳስ ናሲ ቦለ እብዳ ኬሰት ዲሜፈሜ ፈካተ ቱሬ፤ ሰገሌንሳሞ አኩመ ሰገሌ ብሻን ባይኤት። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Miilli isaa akka sibiila diimaa isa boolla ibiddaa keessatti baqfamee ifuu ti, sagaleen isaas akka sagalee huursaa bishaan baay'ee ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Miilli isaas naasii boolla ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akkuma sagalee bishaan baayʼee ti. Viz kapitola |