Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ባቱወን እብሳ ሰነ ግዱስ ከን፣ “እልመ ነማ ፈካቱ” ቶኮቱ ቱሬ፤ እንስ ኡፈተ ዼራ ሚለ ገኡ ኡፈቴ፣ ናኖ ቆመሳትሞ ሰበተ ወርቄ ህዸቴ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Baattuuwwan ibsaa sana gidduu immoo ilma namaa kan fakkaatu tokko uffata gad dheeraa miilla bira ga'u uffatee, wanta akka hidhata warqeetiinis qoma isaa hidhatee ture*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 baattuuwwan ibsaa sana gidduus kan, “ilma namaa fakkaatu” tokkotu ture; innis uffata dheeraa miilla gaʼu uffatee, naannoo qoma isaatti immoo sabbata warqee hidhatee ture.

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy