Mulʼata 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ሰገሌን ሱንስ፣ “ዋን አርግቱ ክታበ መረማረት በሬሲቲ ገረ ወልዶተ ክርስታና ቶርበኒት ጄቹንስ ኤፌሶንት፣ ሰምርኔስት፣ ጴርጋሞንት፣ ትያትራ፣ ሰርዴስት፣ ፊልድልፍያቲፊ ሎዶቅያት ኤርግ” ጄዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Sagalichis, ?Waan argaa jirtu akka inni macaafa ta'utti caafi! Isas waldoota kristiiyaanaa mandara Efesoon, mandara Simiirnaa, mandara Phergamoon, mandara Tiyaatiraa, mandara Saardes, mandara Filaadelfiyaa, mandara Laa'odiiqeyaa jiran torbaniif ergi!? jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 sagaleen sunis, “Waan argitu kitaaba maramaa irratti barreessiitii gara waldoota kiristaanaa torbaniitti jechuunis Efesoonitti, Samirnaatti, Phergaamoonitti, Tiyaatiraatti, Sardeesitti, Filaadelfiyaattii fi Lodooqiyaatti ergi” jedhe. Viz kapitola |