Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 አንስ ጉያ ጎፍታት ሀፉራንን ቱሬ፤ ዱግደኮ ዱባንስ ሰገሌ ጉዳ አከ መለከታ ቶኮ ነንዸገኤ፤

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Guyyaa isa ?Guyyaa Gooftaa? jedhamee beekametti, ani hafuuraan guutameen booddee kootiin sagalee guddaa, sagalee malakataa fakkaatu tokko dhaga'e*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Anis guyyaa Gooftaatti Hafuuraanin ture; dugda koo duubaanis sagalee guddaa akka malakataa tokko nan dhagaʼe;

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy