Luqaas 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ገሩ ኤልሳቤጥ ዋን ዸብዱ ቱርቴፍ እጆሌ ህንቀበን ቱሬ፤ ለማንሳኒዩ ዱሎመኒ ቱረን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Haa ta'u iyyuu malee, Elsaabex dhabduu waan turteef, dhala hin godhanne; lachanuu immoo lafa guuraniiru turan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Garuu Elsaabeex waan dhabduu turteef ijoollee hin qaban ture; lamaan isaanii iyyuu dulloomanii turan. Viz kapitola |