Luqaas 1:63 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ63 እንስ ገበቴ እረት በሬሱ ከዸቴ፣ “መቃንሳ ዮሀንስ” ጄዼ በሬሴ፤ ሁንድሳኒስ ንድንቅፈተን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo63 Zakaariyaasis waan irratti caafu akka isaaf kennaniif gaafatee maqaan isaa Yohannis jedhama, jedhee caafnaan, hundumti isaanii raajeffatan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa63 Innis gabatee irratti barreessu kadhatee, “Maqaan isaa Yohannis” jedhee barreesse; hundi isaaniis ni dinqifatan. Viz kapitola |