Luqaas 1:44 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 ኩኖ፣ አኩመ ሰገሌን ነጋኬቲ ጉረኮ ሴኔን ኡልፍ ገደሜሰኮ ኬሰ ጅሩ ገመቹዻን ኡታሌረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 Akkuma sagaleen nagaa kee gurra koo keessa bu'een, mucichi gammachuudhaan garaa koo keessa burraaqe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 Kunoo, akkuma sagaleen nagaa keetii gurra koo seeneen ulfi gadameessa koo keessa jiru gammachuun utaaleera. Viz kapitola |