Luqaas 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኩንስ አከ ወን አት በረቴ ሱን ዹጋ ተኤ አከ ቤክቱፍ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kana gochuun koos, dubbiin sitti himame kun dhugaadhaa fi amanamaa ta'uu isaa akka hubattuuf*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kunis akka wanni ati baratte sun dhugaa taʼe akka beektuuf. Viz kapitola |