Luqaas 1:36 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ36 ኩኖ፣ ፍርኬ ኤልሳቤጥዩ ዱሉመሼ ኬሰ እልመ ኡልፎፍቴርት፤ እሼን ዸብዱ ጄዸማ ቱርቴ ሱን ጅአ ጀአፋ ቀበቴርት። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo36 Kunoo firri kee isheen sitti aantu Elsaabex, dhabduu jedhamaa kan turte, bara dulluma isheetti ilma godhachuudhaaf erga ulfooftee, ji'a ja'affaa ishee ti. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa36 Kunoo, firri kee Elsaabeexi iyyuu dulluma ishee keessa ilma ulfoofteerti; isheen dhabduu jedhamaa turte sun jiʼa jaʼaffaa qabatteerti. Viz kapitola |