Luqaas 1:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ማርያም ገሩ ዱቢ ኤርገማ ሰናቲን አከ መሌ ጄቀምቴ፣ “ኩን ነጋ አከሚቲ?” ጄቴ ያዴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Maariyaam nagaa kana yommuu dhageesse, yaadaan dhiphattee, ?Kun maal jechuu dha?? jettee of gaafatte. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Maariyaam garuu dubbii ergamaa sanaatiin akka malee jeeqamtee, “Kun nagaa akkamiitii?” jettee yaadde. Viz kapitola |