Luqaas 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ኤርገማን ሱንስ አከነ ጄዼ ዴብሴፍ፤ “አን ገብርኤል እሰ ፉለ ዋቃ ዱረ ዻበቱዸ፤ አንስ ስት ዱበቹፊ ኦዱ ገመቺሳ ከነ ስት ህሙፍ ኤርገሜረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ergamichi immoo, ?Ani Gabri'elii dha, fuula Waaqayyoo dura kanan dhaabadhu, misraachoo kana sitti himuudhaafan ergame*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Ergamaan sunis akkana jedhee deebiseef; “Ani Gabriʼeel isa fuula Waaqaa dura dhaabatuu dha; anis sitti dubbachuu fi oduu gammachiisaa kana sitti himuuf ergameera. Viz kapitola |