Luqaas 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኤርገማን ጎፍታስ እዶ ኣርሳ እጣናቲን ምርገ ዻበቴ ዘካርያስት ሙልአቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Yommus ergamaan Waaqayyoo iddoo itti ixaanni aarfamu gara mirgaatiin dhaabatee, Zakaariyaasitti mul'ate*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Ergamaan Gooftaas iddoo aarsaa ixaanaatiin mirga dhaabatee Zakkaariyaasitti mulʼate. Viz kapitola |