Luqaas 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ዬሮ እጣን ኣርፈሙትስ ነሞትን ባይኤን አለት ከዸቻ ቱረን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Yeroo aarsaa ixaanaa kanattis sabni baay'een alaa in kadhata ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Yeroo ixaanni aarfamuttis namoonni baayʼeen alatti kadhachaa turan. Viz kapitola |