Lallaba 1:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኦጉማ ጉዳ ኬሰ ገደ ባይኤቱ ጅራቲ፤ አኩመ ቤኩምስ ደበለሙን ገድስ ደበለመ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 ogummaa baay'ee keessa aarii guddaatu jira, kan beekumsa dabalatus mataa dhukkubbii dabalata. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Ogummaa guddaa keessa gadda baayʼeetu jiraatii; akkuma beekumsi dabalamuun gaddis dabalama. Viz kapitola |