Lallaba 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ወን ነምን ቶኮ፣ “እላ! ወን ኩን ሃራዸ” ጄቹ ደንደኡ ከምዩ ጅራ? ወን ኩን ዱራኑ በረ ዼራን ዱረ አስ ቱሬ፤ በረኬኛን ዱረዩ አሱመ ቱሬ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Wanti namni, <<Ilaa! Wanta haaraa kana>> jechuu danda'u jiraa>> Wanti kun baroota warra bara keenya dura turan keessa kan ta'ee dha; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Wanni namni tokko, “Ilaa! Wanni kun haaraa dha” jechuu dandaʼu kam iyyuu jiraa? Wanni kun duraanuu bara dheeraan dura as ture; bara keenyaan dura iyyuu asuma ture. Viz kapitola |