Lakkoobsa 1:52 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ52 እስራኤሎንስ ቶኮን ቶኮን ነማ ቁበተሳ ኬሳፊ ፋጂሳ ጀለት ኩታ ኩታዻን ዱንካነሳኒ ሃዻበተን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo52 Namoonni Israa'el yommuu buufatan adduma addaan akka iddoo buufata isaaniitti, akka faajjii isaaniitti, akka kutata loltuu isaaniittis dunkaana in dhadhaabbatu. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa52 Israaʼeloonnis tokkoon tokkoon namaa qubata isaa keessaa fi faajjii isaa jalatti kutaa kutaadhaan dunkaana isaanii haa dhaabbatan. Viz kapitola |