Lakkoobsa 1:49 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ49 “አት ጎሰ ሌዊ ህንለካእን ዮካን ለኮብሰ ሰበ እስራኤሎተ ካኒት ህንደበልን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo49 Inni Museedhaan,<<Ati gosa Lewwii hin lakkaa'in, lakkoobsa isaaniis isa kan namoota Israa'el warra kaaniitti hin dabalin*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa49 “Ati gosa Lewwii hin lakkaaʼin yookaan lakkoobsa saba Israaʼeloota kaaniitti hin dabalin. Viz kapitola |