Lakkoobsa 1:45 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ45 እስራኤሎን ኡሙሪንሳኒ ወጋ ድግደማቲፊ ሀመሲ ኦሊ ከኔን እስራኤል ኬሰት ሎላፍ በኡ ደንደአን ሁንድኑ አኩመ ማቲሳኒት ለካአመን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo45 Namoota Israa'el keessaa warri waggaan isaanii digdama guutee fi warri waggaa digdamaa olii, biyya Israa'el keessaa lolaaf ba'uu kan danda'an hundinuu akka mana mana abbaa isaaniitti in lakkaa'aman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa45 Israaʼeloonni umuriin isaanii waggaa digdamaatii fi hammasii olii kanneen Israaʼel keessatti lolaaf baʼuu dandaʼan hundinuu akkuma maatii isaaniitti lakkaaʼaman. Viz kapitola |