Lakkoobsa 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ቶኮ ቶኮ ጎሳ ኬሳ ነምን ሀንገፈ ማቲ ኦፊሳ ተኤ እስን ገርጋሩ ቀበ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Namni mana abbaa isaatti angafa ta'e gosa hundumaa keessaa tokko tokko isin gargaaruudhaaf isinitti haa dabalamu! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Tokkoo tokkoo gosaa keessaa namni hangafa maatii ofii isaa taʼe isin gargaaruu qaba. Viz kapitola |