Lakkoobsa 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ነሞተ እስራኤል ኬሳ ዺሮተ ኡሙሪንሳኒ ወጋ ድግደማቲፊ ሀመሲ ኦሊ ከኔን ሎለ ዸቁ ደንደአን ሁንደ አቲፊ አሮን ኩታ ኩታ እሳኒቲን ለካኣ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Namoota Israa'el keessaa dhiirota warra waggaan isaanii digdama guutee fi digdamaa olii, warra lola dhaquu danda'an hundumaa atii fi Aaron akka kutata kutata isaaniitti lakkaa'aa! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Namoota Israaʼel keessaa dhiirota umuriin isaanii waggaa digdamaatii fi hammasii olii kanneen lola dhaquu dandaʼan hunda atii fi Aroon kutaa kutaa isaaniitiin lakkaaʼaa. Viz kapitola |