Lakkoobsa 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እንስ አኩመ ዋቀዮ ሙሴ አጀጄት ገሞጂ ሲና ኬሰት ሰበ ሰነ ለካኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Akkuma Waaqayyo isa abboometti, Museen Siinaa lafa onaa keessatti isaan in lakkaa'e. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 innis akkuma Waaqayyo Musee ajajetti Gammoojjii Siinaa keessatti saba sana lakkaaʼe. Viz kapitola |