Lakkoobsa 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እልማን ዮሴፍ ኬሳ፦ ጎሰ ኤፍሬም ኬሳ ኤሊሻማ እልመ አሚሁድ፤ ጎሰ ምናሴ ኬሳ ገማልኤል እልመ ጴዳሱር፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 <<Kan ilmaan Yoseef immoo gosa Efreem keessaa, Eliishaamaa ilma Amiihud, gosa Minaasee keessaa immoo Gamaali'el ilma Phedaazur; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 ilmaan Yoosef keessaa: gosa Efreem keessaa Eliishaamaa ilma Amiihuud; gosa Minaasee keessaa Gamaaliʼeel ilma Phedaasuur; Viz kapitola |