Lakkoobsa 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኤርገ ሰብን እስራኤል ብየ ግብጢቲ በኤ ቦዴ ወጋ ለመፋ ኬሳ፣ ጉያ ጀልቀበ ጅአ ለመፋት ዋቀዮ ዱንካነ ወል ገኢ ኬሰት፣ ገሞጂ ሲና ኬሰት ሙሴት ዱበቴ። እንስ አከነ ጄዼን፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Namoonni Israa'el biyya Gibxii ba'anii waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa ji'a lammaffaatti, ji'icha keessaa guyyaa jalqabaatti Siinaa lafa onaatti, dunkaana itti wal ga'an keessatti Waaqayyo Museetti in dubbate*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Erga sabni Israaʼel biyya Gibxiitii baʼee booddee waggaa lammaffaa keessaa, guyyaa jalqaba jiʼa lammaffaatti Waaqayyo dunkaana wal gaʼii keessatti, Gammoojjii Siinaa keessatti Museetti dubbate. Innis akkana jedheen; Viz kapitola |