አቦቲ ሙርቲ 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ነሞትን ይሁዳ ዬሩሳሌሚንስ አከሱመ ዸአኒ ቀበተን። መጋለቲስ ጎራዴዻን ዸአኒ እብደ እት ቀብሲሰን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yommus namoonni Yihudaa mandara Yerusaalemitti duulanii in qabatan; namoota mandaricha keessa jiraatan billaadhaan fixanii, mandarichattis ibidda in naqan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Namoonni Yihuudaa Yerusaalemiinis akkasuma dhaʼanii qabatan. Magaalattiis goraadeedhaan dhaʼanii ibidda itti qabsiisan. Viz kapitola |