አቦቲ ሙርቲ 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አዶኒ-ቤዜቅ አቺ በቀቴ፤ እሳን ገሩ አርአኒ እሰ ቀበን፤ ቁበ አቡዱ ሀርካቲፊ ቁበ አቡዱ ሚለሳራ ኩተን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Adonii-Bezeq baqannaan hordofanii qabanii abgudduuwwan harka isaatii fi quba gurguddaa miilla isaatii in kukkutan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Adoonii-Bezeq achii baqate; isaan garuu ariʼanii isa qaban; quba abbuudduu harkaatii fi quba abbuudduu miilla isaa irraa kutan. Viz kapitola |