አቦቲ ሙርቲ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዮሙ ይሁዳን በኤትስ ዋቀዮ ከነኣኖታፊ ፌርዞተ ደበርሴ ሀርከሳኒት ኬኔ፤ እሳንስ እዶ ቤዜቅ ጄዸሙት ነመ ኩመ ኩዸን ፍጠን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Namoonni Yihudaa yommuu lolaaf ba'anittis Waaqayyo Kana'aanotaa fi Pheriizota harka isaanii jala waan galcheef, mandara Bezeq biratti namoota kuma kudhan in rukutan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yommuu Yihuudaan baʼettis Waaqayyo Kanaʼaanotaa fi Feerzota dabarsee harka isaaniitti kenne; isaanis iddoo Bezeq jedhamutti nama kuma kudhan fixan. Viz kapitola |