አቦቲ ሙርቲ 1:35 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 አሞሮትንስ እት ፉፈኒ ቱሉ ሄሬስረ፣ አያሎኒፊ ሸአልቢም ኬሰ ጅራተን፤ ገሩ ዮሙ ሁምን መነ ዮሴፍ ጀባቻ ዹፌት እሳንስ ሆጂ ሁምና እሳኒ ሆጄቹፍ ድርቅሲፈመን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Warri Amoorotaa tulluu Heres irra, Ayalonii fi Sha'albiim keessa jiraachuuf kutanii turan; sanyiin Yoseef garuu qabaa cimaadhaan qabanii, hojii humnaa akka isaaniif hojjetaniif in giddisiisan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Amooronnis itti fufanii Tulluu Herees irra, Ayaaloonii fi Shaʼalbiim keessa jiraatan; garuu yommuu humni mana Yoosef jabaachaa dhufetti isaanis hojii humnaa isaanii hojjechuuf dirqisiifaman. Viz kapitola |