Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:33 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

33 ንፍታሌም ወረ ቤት ሼሜሺፊ ቤት አናት ኬሰ ጅራተን ህንባፍኔ፤ ነሞትን ንፍታሌም ገሩ ከነኣኖተ ብየ ሰነ ቱረን ግዱ ጅራተን፤ ወር ቤት ሼሜሺፊ ቤት አናት ድርቀምሲፈመኒ ሆጂ ሁምና ሆጄቻፊ ቱረን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

33 Gosi Niftaalem Kana'aanota Bet-Shemeshii fi Bet-Anaat keessa turanii wajjin jiraatan malee, ari'anii isaan hin baafne; haa ta'u iyyuu malee, warra Bet-Shemeshii fi Bet-Anaat keessa jiraatan sana hojii humnaa akka isaaniif hojjetaniif in giddisiisan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

33 Niftaalem warra Beet Shemeshii fi Beet Anaati keessa jiraatan hin baafne; namoonni Niftaalem garuu Kanaʼaanota biyya sana turan gidduu jiraatan; warri Beet Shemeshii fi Beet Anaati dirqamsiifamanii hojii humnaa hojjechaafii turan.

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:33

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy