Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:30 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

30 ዜቡሎንስ ከነኣኖተ ቅጥሮን ዮካን ነሀሎል ኬሰ ጅራተን ከኔን ግዱሳኒት ሀፈን ህንባፍኔ፤ ገሩ አከ እሳን ሆጂ ሁምና ሆጄተን ጎዸን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

30 Gosi Zebuloon Kana'aanota Qiixron keessaa fi Nahalol keessa jiraatan ari'anii hin baafne; haa ta'u iyyuu malee, achuma jiraatanii hojii humnaa akka isaaniif hojjetaniif in giddisiisan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

30 Zebuuloonis Kanaʼaanota Qixroon yookaan Nahalol keessa jiraatan kanneen gidduu isaaniitti hafan hin baafne; garuu akka isaan hojii humnaa hojjetan godhan.

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:30

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy