አቦቲ ሙርቲ 1:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ምናሴን ገሩ ነሞተ ቤት ሼኣኒቲፊ ገንዶተ ናኖሼ ዮካን ተአናኪፊ ገንዶተ ናኖሼ ዮካን ዶሪፊ ገንዶተ ናኖሼ ዮካን ይብሌኣሚፊ ገንዶተ ናኖሼ ዮካን ሜግዶፊ ገንዶተ ናኖሼ ጅራተን አቺ ህንባፍኔ፤ ከናፉ ከነኣኖትን እቱመ ፉፈኒ አች ጅራቹፍ ሙርቴፈተን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Gosi Minaasee warra Bet-Shaan, Ta'anaa, Door, Yible'aamii fi Megidoo akkasumas warra gandeen naannoo isaanii keessa jiraatan ari'anii hin baafne; Kana'aanonnis yaada isaaniitti biyyuma sana keessa jiraachuuf kutanii turan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Minaaseen garuu namoota Beet Sheʼaaniitii fi gandoota naannoo ishee yookaan Taʼanaakii fi gandoota naannoo ishee yookaan Doorii fi gandoota naannoo ishee yookaan Yibleʼaamii fi gandoota naannoo ishee yookaan Megidoo fi gandoota naannoo ishee jiraatan achii hin baafne; kanaafuu Kanaʼaanonni ittuma fufanii achi jiraachuuf murteeffatan. Viz kapitola |