አቦቲ ሙርቲ 1:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 እንስ እት አርግሲሴ፤ እሳንስ ነምቸ ሰናፊ ማቲሳ ጉቱ ዺሰኒ መጋላ ሰነ ጎራዴዻን ዸአን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Innis akka itti mandarattiitti galan isaanitti in argisiise; isaan immoo warra mandarattii keessaa billaadhaan rukutanii, namichaa fi maatii isaa nagaatti gad in dhiisan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Innis itti argisiise; isaanis namicha sanaa fi maatii isaa guutuu dhiisanii magaalaa sana goraadeedhaan dhaʼan. Viz kapitola |