አቦቲ ሙርቲ 1:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 በሳስቶትን ሱን ነምቸ መጋላዻ በኤ ዹፉ ቶኮ አርገኒ፣ “ከራ እቲን መጋላ ሴነን ኑ አርግሲስ፤ ኑስ ዋን ጋሪ ሲፍ ጎነ” ጄዸኒን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Warri gaadduun sunis nama mandaricha keessaa ba'ee adeemaa jiru arganii,<<Attamitti mandarattiitti galuu akka dandeenyu nutti argisiisi! Nuyis wanta gaarii siif in goona>> jedhaniin. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 basaastonni sun namicha magaalaadhaa baʼee dhufu tokko arganii, “Karaa ittiin magaalaa seenan nu argisiisi; nus waan gaarii siif goona” jedhaniin. Viz kapitola |